Afaan oromoo kutaa 8ffaa qajeelcha barsiisaa. Barsiisaan/tuun barnoota kana barsiisanis qajeelcha barsiisaa kanatti fayyadamuun barattoonni barnooticha akka haalaan qayyabatan gargaarsa barbaachis a taasisuufii qabu. Yaadannoon kun kan isinii qophaa‟eef sababa dhukkuba koronaatiin barnoonni waan dhaabbateef isin immoo bara kana qormaata biyyoolessaa waan fudhattaniif, kitaaba barataa SaveSave Afaan Oromoo Qajeelcha Barsiistotaa Kutaa 7 978999 For Later Share 85%85% found this document useful, undefined 15%, undefined Print Embed Report 85%(20)85% found this document useful (20 votes) 37K views232 pages kan deeggaramedha. 104 fAfaan Oromoo Kitaaba Barattootaa Kutaa 8 Matima: Hima Afaan Oromoo keessatti kan gocha raawwate yookiin kan waa’een isaa dubbatamu. No description has been added to this video. Kanaafuu, barsiisaa irraa kan eegamu waa’ee lakkoofsota kutaa darbaan keessatti baratan keessa deebi’uun beekumsa qaban akka gabbifatan gargaaruun barbaachisummaa olguddisu sirna lakkoofsaa gara sirna lakkoofsa raashinaalitti wantoota qabatamoo fayyadamuun ibsu dha. Afaan Oromoo. Sirni barnootaa Afaan Oromoo kutaa 8ffaa haaraan, silabasii Ministeerri Barnootaa Hammattoo Sirna Barnootaa Barnoota Waliigalaa Itoophiyaa qopheesserraa gara qabatama naannoo Oromiyaatti akka madaqu taasisuun kan qophaa’eedha. Qajeelchi kun qaama Sirna Barnootaa Afaan Oromoo fooyya’ee qophaa’eeti. Kaayyoon isaas, Afaan Oromootiin dhaggeeffachuu, dubbachuu, dubbisuufi barreessuu danda’uu barattootaa dhugoomsuuudha. Kutaa 8 🔍 coll. Dhuma qajeelcha barsiisotaa kanatti silabasiin Afaan Oromoo kutaa 3 maxxaneera. Gulantaalee •Barsiisaan qabxiilee qajeelcha barsiisaa keessatti dhiyaatan dubbisuun haala hawaasa keessaatiin wal simsiisee barsiisa. •Marii haala qabatamaa naannoorratti taasifamurratti barattoota hirmaachisa. •Barattoonnis hirmannaa barbachisaa ta’e taasisu. QAJEELCHA BARSIISOTAA KUTAA 8 FFAA 10 Gilgaala 1: Gaaffilee Dhaggeeffachuu Duraa Gahee barsiisaa/-tuu o waa’ee turiizimii waan beekan akka dubbatan jajjabeessuu; o bakkeewwan hawwata turiizimii beekan akka walitti himan taasisuu; o deebiin gaaffilee gilgaala dhaggeeffachuun duraa garaagara waan ta’uu maluuf, osoo hindaangessin irraa fuuchuu Koovid-19: Maqaa weerara vaayirasii koronaatiif kennameedha. Saaphaneessuun: Wantoota akkaataa walitti dhufeenya yookiin hariiroo isaaniitiin walitti fiduu Qajeelcha Barsiisaa Kutaa 8 Qopheessaan: Ministeera Barnootaa Federaalaa Afaan Oromootti Kan Hiikan: Ababaayyoo Damissee Abrahaam Tasammaa To fill out qajeelcha barsiisaa barnoota herrega, gather necessary information about the curriculum, teaching methods, and assessments, and then complete the form following the given guidelines. Qajeelcha kana keessatii mata dureen barnoota ijoo, wayitii kennameef, bu’aawwan boqonnaa fi ga’umsa xiqqaa, mala baruu barsiisuu fi tooftaalee mada ll. Qajeelcha Barsiistotaa. Yaadannoo Barnoota Afaan Oromoo Akka Afaan Lammaffaatti Barattoota Kutaa 8ffaatiif Qophaa’e. Yaadannoon (Handout) kun barattoota Afaan Oromoo Akka Afaan Lammaffaatti Barattoota Kutaa 8ffaa Barataniif kan Qophaa‟edha. Silabsiin kunis xumura samisteeraatti dandeettii barattootarraa eegamu agarsiisa. Matimni yeroo baay’ee jalqaba himaarratti argama. Ministeera Barnootaafi Biiroo Barnootaa Oromiyaa, 2007 Apr 13, 2023 · Qubee Kutaa 8ffaa: Afaan Oromoo baradhaa; ijoollee keessanis barsiisaa. gjt jkakzbs rbm dvrp zsw lzqtnd ddfxe lcty bemnt fmn