Waraana wbo zoonii bahaa. .
- Waraana wbo zoonii bahaa. (ONM-ABO Caamsaa 1,2022) Irree fi gaachanni uummata Oromoo gochaan malee ololaan of hin agarsiisne godina Gujii bahaa keessatti tarkaanfii akkaan guggubduu waraana sirna faashistii PP irratti fudhachaa jira. Kutaa waraanaa Gidduu galeessa Oromiyaa jalatti Ajaja WBO idilee Shawaa Kaabaa, Ajaja WBO idilee Shawaa bahaa onaa Fantaalleettis lolli Guyyaa wal fakkaataatti itti fufee Sep 20, 2019 · Boombii dhiheenya Mandiitti dhoosame dabalee, haleellaalee boombii fi ajjeechaalee Wallagga Lixaa fi Qellema Wallaggaa keessatti raaw’ataman, kan aangawoonni mootummaa “humnoota hidhatanii seeraa ala bosana keessa socho’an – garee ABO shanee tu raaw’ate” jechuun Waraana Bilisummaa Oromoo balaaleffatan - Ajajaan WBO Zoonii Lixaa Jun 12, 2022 · Humnoota mootummaa waraana keessatti booji’amaniin ala loltoonni hedduunis fedhiidhaan gara Waraana Bilisummaa Oromootti makamaa akka jiran WBOtu beeksise. Dheengadda Galagala Caamsaa 29, 2024 aanaa Adaamii Tulluu fi Jiddoo Kombolchaa ganda Aannanoo-Shiishoo daandii May 1, 2022 · Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo tarkaanfii laalessaa waraana weerartuu PP irratti kaleessa ka'ee godina Gujii onoota garaagaraa keessatti fudhachaa jiraachuu beeksise. May 19, 2023 · Lolli WBO fi waraana mootummaa gidduutti deemaa jirraachuun wal qabatee waraanni mootummaa tarkaanfii waraanni Bilisummaa Oromoo irratti fudhataa jiruun kan rifaatuu keessa seene ummata nagaa ajjeesuun aarii bahaa akka jiru jiraattotni naannichaa ni dubbatu. Nov 4, 2024 · Jajjabeen WBO zoonii Lixaa Sadaasa 2, 2024 Lixa Wallaggaa aanaa Sayyoo Noolee ganda Koobilaa keessatti barii ganamaan dhukaasa itti banuun waraana faashistii PP du'aa fi madoon adabee jira. Lakkoofsi loltoota mootummaa WBOtti makamaa jiranii yeroo gara yerootti dabalaa akka jirus beeksiseera. Akkasuma Waraanni Biliisummaa Oromoo Zoonii Giddu Galeessaa, Giddu Gala Oromiyaa Shawaa Lixaa Aanaa Gindabarat Magaalaa Kaachisitti Onkoloolessa Jun 2, 2024 · ONM- ABO Caamsaa 31,2024 Irree fi waanteen sabaa WBO'n Zoonii Kibba Baha Oromiyaa Cibraan Jaal Nadhii Gammadaa godina Baha Shaggar aanaa Adaamii Tulluu fi Jiddoo Kombolchaatti duula waraanaa Bobbaa Irbuu Shinniggaa milkeessuuf tarkaanfii fudhateen diina afuura kutuun baqachiisee jira. Korommiiwwan Gaara Cilaaloo warri mooraa diinaatti abidda waraana diinaatti giimii ta'anii gubanii Jan 21, 2025 · Amajjii 19, 2025 Kutaa waraanaa Kibba Oromiyaa jalatti Ajajaa WBO Zoonii Gujii Lixaa Onaa Bulee Horaa mooraa waraana Araddaa Hadaa Looggaa keessatti argamu ganama barii itti seenuun tarkaanfii laleessaa fudhachuu beeksise. Oct 9, 2021 · Dabalataan WBO'n Zoonii Lixaa Wallagga Bahaa aanaa Nuunnuu Qumbaa araddaa Adaree keessatti haleellaa waraana mootummaa sakattaaf bobbaa'an irratti taasiseen loltuu mootummaa 200 ol ajjeesuu himee jira. . Tarkaanfii WBOn mooraa diinaatti seenuun fudhateen loltoota PP irraa lama ajjeesee afur madeessuun injifannoo Nov 17, 2022 · ONM-ABO Sadaasa 17, 2022 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn zoonii bahaa godina Lixa Harargee aanàa Mi’eessoo araddaa Daalacha Raaree diida Niinnii har’a Sadaasa 17, 2022 waraana faashistii koloneel Abiy Ahimed milishoota, poolisootaa fi humna addaa waloon WBO sakatta’uuf bishingaa keessa deemaa turan haxxee itti hidhee rukutuun Dec 28, 2018 · Waraanni ABO lixa jiru ajaja Obbo Daawud Ibsaa jala jiraan gaaffii namoota hedduuti, ajajaa waraanaa WBO Lixaa maqaan isaa irra deddeebbiin ka'u Marroo waliin turtii taasifneerra. Jul 5, 2024 · Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Duulaa Bobbaa Irbuu Shinniggaan tarkaanfii humna waraana impaayera Itoopiyaa irratti fudhatu jabeesse itti fufuun WBOn Zooni Lixaa kaleessa Waxabajjii 30, 2024 waaree booda sa’a sagaliitti Lixa Wallaggaa aanaa Aaruu Ganda Diggoo jedhamtutti haxxee itti hidhuun baaruda ulachiise rasaasaan akaaye 6 ajjeese 7 Oct 23, 2024 · ONM-ABO Onkoloolessa 23, 2024 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn Zoonii Bahaa godina Lixa Harargee aanaa Hancaar araddaa Diddamaa iddoo Witil jedhamtutti Cibraa Carcar Xirroo kaleessa Onkoleessa 22, 2024 halkan sa’a 10:00tti waraana faashistii PP irratti tarkaanfii fudhatee jira. Irree fi gaachana Guraandhala 13/2011 Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO)n zoonii Lixaa guyyaa kaleessaatii kaasee hawaasaan simatamaa jira. Haaluma koreen teeknikaa fi araaraa akkasumas gumiin abbootii Gadaa waamicha dhiyeessaniin loltoonni Adda Bilisummaa Oromoo zoonii lixaa guyyaa kaleessaa irraa eegalee deebi'aa jira. Dec 10, 2023 · ONM-ABO Muddee 10, 2023 Abdii fi gaaddisni uummata Oromoo WBOn godina Arsii bahaa aanaa Asako ganda Biyyootii jedhamu keessatti kaleessa Muddee 9, 2023 cibraan Hambaa Aanoolee waraana PP maqaa sakkattaa WBO jedhun bobbaa'an tarkaanfii haxxeen irratti fudhaten injifannoon boonsaa galmeessee jira. ipsglwr vapxo kosb xebvyhbi mkbq mrni ldvvmgv ogshb tvnco wij